Har'aan kanammoo Namoota bilbilli keessan Tiratu/saffisaan isiiniif hin ajajamneef furmaata ni ta'a kanan jedhee yaaduun isinitti hima. Hamma dhumaatti dubbistanii saffisa bilbila keessanii dachaa 2(2x)dabaluu dandeessu. Kana kan goonu apk tokko osoo hin fayyadamin goona. ππΏStep kanaa gadii hordofaaπππ
1⃣ Settings bilbila keessanii seentu
2⃣ Gara gad jalaa "system" kan jedhu tuqxu
3⃣ Achiin booda "about phone" kan jedhu cuqaastu.
4⃣ Gara gad jalaa "build number" kan jedhu si'a torba cuuqaastu.
5⃣ San booda of duuba yeroo deebitan "developer options" kan jedhu isiniif dhufa
6⃣ Achiin booda isarratti cuqaastu
7⃣ san booda Gara gadii gad deemtanii "window animation scale" kan jedhu tuqxu.
8⃣ Achiin booda 1x kan ture gara 0.5x jijjiirtu.
9⃣ Ammas "transition animation scale" kan jedhu 0.5x tti jijjiirtu.
π Kan dhumaa "animator duration scale" kan jedhus gara 0.5x tti jijjiirtu.
π Tricks kun bilbiloota hundarratti ni hojjata.
Isiniif tricks kana fayyadamtanii bilbila keessan saffisa isaa dabaluu dandeessu.
Don't copy without credit!