FAAYIDAALEE EMAIL QABAACHUU
┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄
👉 Storage isaa 25GBdha ( iddoo kuusaa) guddaa qaba. Kana jechuun storage bilbilli keenya qabu ol qabaachuu danda'a jechuudha. Kanaaf yoo bilbilli keenya storage isaa guute gara sanatti send goodhuu dandeenya.
👉 Lafa internet jiru hundumatti salphaatti hojjeta
👉 yeroo baay'ee akka tasaa bilbilli keenya ykn computer keenya nujalaa hatamu ykn formaat ta'uu danda'a. Wanti kun nu qaqqabuu isaatin dura data achirraa qabnu gara email keenyatti erguu dandeenya. Yeroo barbaanne email kenyarraa buufachuu dandeenya. Bilbila namootaa bipbila keenyarra qabnus gara sanatti erguu dandeenya.keessattu warra research hojetanif sirritti barbaachisaadha.
👉 Data baarbaanne walif erguudhaf ni fayyada. Data storage isaani gurguddaa ta'an kan telegram imoo fi kkf nin erguu hin dandeenye karaa email namaaf erguu dandeenya. Fknyf video GB gudda ta'e...
👉 YouTube SUBSCRIBE gochuudhaf dirqama barbaachisa. YouTube channel barbaaddan subscribe, comment fi share gochuudhaf email qabaachuu qabdu. Kanaaf wanta akka salphaatti banamuu danda'u kanaaf jecha information irraa fagaachuu hin qabdan. YouTube channel SUBSCRIBE gochuudhaf isin fayyada. 😂 Fi kkf....dha
Hub:
lakkofsa bilbilaa tokkoon email baay'ee banachuu ni dandeessu.
👉Duraa duuba kana hordofuudhan amma banadhaa!!!