💢HDMI Cable jechuun maal jechuudha ?
✅ HDMI cable jechuun akkuma maqa isaa irra hubannu
#Cable/ waan akka shibo ta'e akka keebiloota tokko tokko sur sagalee Electronics Device tokko irra Gara isa biratti dabarsuudhaaf gargaara.
Garuu wantti adda godhu bayyee bayyee Qulqullina (Quality) 😱 (HD QUALITY)dhan ilaaludhaf gargaara.
✅cable kana kan itti fayyadamnu gara(Receiver, Laptop, DVD, Ps3, CPU, PSP)...gara (device)wantoota sur sagalee adda adda nuf basu danda'anuttidha (TV🖥, Projector, monitor) dabarsuudhafidha .
📌 Itti fayyadamni isa Akka kana gadittidha .⬇️
✅TVn qabdanu 🖥 HD ta'u qaba ykn immo HDMI #Port kan qabufi#Flat kan ta'e ta'u qaba.
✅Receivern qabdanu #HD ta'u qaba.
Garu Receivern tokko tokko HD osoo hin taane ‼️ akka TV HDMI #Port iddoo itti fudhatanu qabaachu danda'u.
✅jalqaba #keeblicha Receiver fi Tv 🖥 irratti sirritti suuqa.
✅Tv🖥 irratti #INPUT ykn #Source kan jedhu tuqudhan port isa itti suqaxan Port (HDMI1, HDMI2..) Filadha.
✅photocha irratti #bayyee👌 quality Adda irratti agarttu.quality jedhame kana yoo irratti hin agarre garu#Reservericha irratti Video Resolution/ amma Qulqullina isa dabaluun gara 1080 amma kana gochun waan gari 👋Argachuu dandessu 👍