Akkamitti Hoo'ina bilbila keenyarraa ittisuu dandeenya furmaata ajaibaa

Akkamitti Hoo'ina bilbila keenyarraa ittisuu dandeenya

Phone heating/ Owwu bilbilaa rakkoolee bayyee keenya yeroo ammaa mudataniidha.
Kanaaf sababota baay'ee tarreesun ni dandahama....garuu ammaf furmaata isaa irrati steppota armaan gadii fayyadamaa.๐Ÿ‘Œ๐Ÿฟ

#1 Use Original Charger-⚡⚡⚡chaarjarii Originaala qofa fayyadamaa๐Ÿ”Œ๐Ÿ”Œ๐Ÿ”‹๐Ÿ”‹

#2 Charging Phone Properly--Bilbila chaarjii sirriitti guutaa.
》》☀️☀️guyyaa hanga parsanti 70-80
》》๐ŸŒš๐ŸŒš๐ŸŒ›๐ŸŒ›halkan 100 guutaa.

#3 Check Your Wifi--๐Ÿ“ก๐Ÿ“ก๐Ÿ“กwifi keessan yeroo fayyadamtanin ala off tahuu mirkanessaa.

#4 Turn Off The Bluetooth, GPS--Bluetooth fi GPS keessan dhaamaa /off godhaa.

#5 Avoid Multi-Tasking--bilbila kessan irrati hojiile walcinaa /parallel fayadamuu dhiisaa.

#6 Don’t Overuse--yeroo dheeraaf fayyadamun busy hin godhinaa.

#7 Don't do Heavy gaming--๐ŸŽฎ๐ŸŽฎ๐Ÿ•น๐Ÿ•น geemii gurguddaa keessaafuu Intarneetiin hojjatan hin fayyadaminaa.

#8 Don't use Damaged Battery-- dhagaa baatirii keessan kan balleeffame fayyadamuurra of qusadhaa.

#9 Avoid Plastic and Leather Case/ cover-- kavarii bilbilaa ykn ittisa balaaf itti ufisnu fayyadamura of qusadhaa