✅SALPHUMATTI BAKKAA BAKKATTI QABANNEE KAN SOCHOONU 3G/4G SIIM CARD GALCHUU QOFAAN ARIITII Wi Fi GADHIISUU KAN DANDA'U. Wi-POD MEESHAA ELECTRONICS MIJATAA TA'E KANA BEEKTUU

✅SALPHUMATTI BAKKAA BAKKATTI QABANNEE KAN SOCHOONU 3G/4G SIIM CARD GALCHUU QOFAAN ARIITII Wi Fi GADHIISUU KAN DANDA'U. Wi-POD MEESHAA ELECTRONICS MIJATAA TA'E KANA BEEKTUU ?

👉 Wi-pod meeshaa elektrooniksii mijataa ta' ee bakkaa bakkatti qabannee kan socho'uu dandeenyudha. Faaydan meeshaa kanaa haala salphaa ta' een Wi-Fi ariitin isaa ol aanaa ta' e itti fayyadamuuf kan nu gargaarudha. 

👉Meeshaan mijaataan elektrooniksii kun tajaajilawwan armaan gadii kana haala salphaa ta'een nuuf kennuu danda'a.

1⃣ Jalqaba irratti dandeettin waa buusuu isaa hanga 150MB ariitii qaba. 

2⃣ Yeroo tokko qofatti ariitii isaa osoo hin hir'isin mobaayiloota ta' ee kompiyuutara 31'n fayyadamuu dandeessu.

3⃣ Hammi baatirii isaa 2300mAh dha.

4⃣ Qabannee iddoodha iddotti socho'uudhaf baay' ee salphaadha.

5⃣ Akkasumas fageenya hanga meetira 300 irratti fayyadamuu ni dandeenya.

6⃣Intarneetii  normal ta'ee fi ariitii ol aanaa qabu irraa ni fayyadamna.

❇️Gatiin isaa Qarshii 3500 Qofa dha

✔️✔️✔️ BY YASO GIDA TECH ✔️